#Jijjiiramuun Mul'ata Gaarii Qabaachuu qofa si gaafata Obbo Adinaan Abduramaan Hojjataa Mootummaa ta'ee Hojii Shifeerummaatiin Halkanii guyyaa cehaa Oomisha qonnaatiin Akka Aanaatti adda duree ta'uudhaan argamee kan jiruudha.
♧♧♧♧♧♧♧♧♧♧♧♧♧
#Tarsiimoo IMaammata kaayyoo Imala Badhaadhinaa Keessatti Hirkatummaarraa gara oomishtummaatti cehuu jedhu hojirra Oolchuun tarsiimoo Paakejjii guutuu fayyadamuun lafa xiqqoo irraa Callaa guddaa Oomishuun akka danda'amu hojii fakkeenyummaa gaarii ta'e Callaa
Awwal Adem
暂无评论,立马抢沙发