#AUD/CHF#HAADHAA(HARMEE)
Yaa harmee teenya kennaa rabbi guddaBadhaasa gammachuu ilma nama hunda hasawee taphachuu akka addaaYoohaa hin jirre namuu garaan isaa ni gadda. x2
Baati sagal guutuu nu ba'atee gara Nu kunnunsitee nu eyde hanga bakka genyu Aannan isii nu obaasaa,Harka isiitin nu nyaachisaa ilmi kiyya maal ta'e maal isa barbaachisa Jetee hedduu isii yaachisaa. x2
Hoggaa ani kute aaaahh jatee riaGaraan isii nahee riaatuun laa dhooyMiidhaa isiirra kan kee kana yaachisaa Garaan isii be
Abdurehman Dini
暂无评论,立马抢沙发